Seenaa Biirichaa | History

1985 ALI

Bara 1985 ALI Hundeeffame

Biiroon kun bara 1985ALI maqaa Oromia Qabeenya Uumamaa fi Eegumsa Naannoo Magaallaa Nageellee Arsii jedhuun kan hundeeffame yoo ta’u, Dhaabbata jalqabaa ijaaramee Dhiyeessii Bishaanii fi Bulchiinsa Qabeenya isaa akka yuunitii tokkootti ilaalame ture.
 

Hojjattoota 10

Hundeeffama Wajirichaa yeroo jalqabaa

[bold_timeline_item_button title=”Expand” style=”” shape=”” color=”” size=”inline” url=”#” el_class=”bold_timeline_group_button”]

1988 ALI

Waajjira Irra Deebiin Gurmeessuu

Erga mootummaan caasaa jalqaba bara 1988 ALI biiroo qabeenya bishaanii, albuudaa fi Inarjii Magaalaa Nageellee Arsii jedhamee moggaafamee booda mootummaa naannoo Oromiyaa jalatti bara 1994ALI irraa eegalee maqaa kanaan hojjeta
 

Hojjattoota 50

Hojjattoota Wajirichaa 

[bold_timeline_item_button title=”Expand” style=”” shape=”” color=”” size=”inline” url=”#” el_class=”bold_timeline_group_button”]

1994 ALI

Irra deebiin gurmeessuun itti fufe…

Maqaa kanaan hojjechuu fi gurmaa’insa haaraa dhuma Adoolessa 1,1994ALI in gara qaama lamatti akka Ejensii albuudaa fi Inarjii Oromiyaa Magaalaa Arsii Nageellee fi biiroo qabeenya bishaanii Oromiyaa Magaalaa Arsii Nageellee hanga bara 2002ALI.
 

Hojjattoota 75

Hojjattoota Wajirichaa 

[bold_timeline_item_button title=”Expand” style=”” shape=”” color=”” size=”inline” url=”#” el_class=”bold_timeline_group_button”]

2003 ALI

Gurmaa’insi Irra Deebiin Itti Fufeera..

Bara 2003ALI irraa eegalee hanga har’aatti isaan keessaa sadii (Bishaan, Albuudaa fi Inarjii) deebi’anii Biiroo tokko jalatti Dhaabbata Tajaajilaa Bishaan Dhugaatii, Albuudaafi Inarjii tahuudhaan caaseffame

Hojjattoota 100

Hojjattoota Wajirichaa 

[bold_timeline_item_button title=”Expand” style=”” shape=”” color=”” size=”inline” url=”#” el_class=”bold_timeline_group_button”]

2011 ALI

Gurmaa’insi Irra Deebiin Itti Fufeera..

Erga Dhaabbanni lamaan isaanii labsiin lakkoofsa 162/2003ALI walitti makamee Biiroo Albuudaa fi Inarjii Bishaan Oromiyaa jedhamee moggaafamee booda bara 2011ALI irraa eegalee Mootummaa Naannoo Oromiyaa jalatti Dhaabbata Tajaajilaa Bishaan Dhugaatii fi Dhangalaáa Heeban Nageellee Siraaroo maqaa kanaan hojjechaa jira

Hojjattoota 175

  • Sadarkaan Dhaabbatichaa :  Tajaajilaa Bishaan Dhugaatii Sadarkaa 1ffaa
  • Baayyinaa Uumataa Tajaajilamanii : 624,752
  • Baayinaa Aanotaa Tajaajilaa kanatti fayyadamanii : Magaalaa = 9 ( (Nagellee Arsii, Kuyyeraa, Ajjee, S/Shallaa , Doolee , Goljootaa , Meexii ) fi Gandootaa Baadiyaa baayinaan = 51
  • Woliigalattii Gandootaa Magaalaa =9
  • Gandootaa Baadiyaa = 51,
  • Dimishaashattii:  Gandota 60 keessattii Tajaajilaa kan kennaa jiruu dha.
  • Hojjattoota: 175
[bold_timeline_item_button title=”Expand” style=”” shape=”” color=”” size=”inline” url=”#” el_class=”bold_timeline_group_button”]

NU ARGACHUUFNu argachuun. Salphaadha.

    BILBILA
    +251-931-726-757
    ARGAMA
    Naannoo Oromiyaa, Godinaa Arsii Lixaa , Aanaa Nageelle Arsii
    WIX - JIM
    8:30AM - 5:30PM
    Dh.Taj.B.Dhug.Dha.HNS (HNSWSSSE)
    https://hnswssse.oromiawater.org/wp-content/uploads/2023/02/loogooo.png

    Dhaabbata Tajaajilaa Bishaan Dhugaatii fi Dhangalaáa Heeban Nageellee Siraaroo

    HNSWSSSE (Heban Nagelle Siraroo Water Supply and Sewerage Services Enterprise)

    Connect with us
    +251-931-726-757

    Subscribe to out newsletter today to receive updates on the latest news, releases and special offers. We respect your privacy. Your information is safe.

      Copyright ©2023 HNS-WSSSE. All rights reserved | Powered by: OICT Solutions